Home2023June (Page 10)

June 2023

Finfinnee, Waxabajjii 12/2023 - Ajajaa Humna Qilleensa Itoophiyaa kan ta'an Leetnaant Janaraal Yilmaa Mardaasaa walitti qabaa boordii Daandii Qilleensa Itoophiyaa ta’uun muudamuu Daandii Qilleensa Itoophiyaa beeksise. Daandii Qilleensa Itoophiyaa ibsa baaseen, Leet. Janaraal Yilmaa Mardaasaa ajajaa Humna Qilleensa Itoophiyaa yoo ta’u, akkasumas miseensa koree hoggansa daandii

Read More

Abdiisaa Qananii, bulchaa itti aanaa aanaa Ada'aa Bargaa kan turan Finfinnee, Waxabajjii 12/2023 - Torban darbe Waxabajjii 08, 2023 mana jireenyaa isaanii magaalaa Beekkatteetti argamutti qaama hin beekamneen kan ajjeefaman itti aanaa bulchaa Aanaa Ada'aa Bargaa, Abdiisaa Qananii guyyaa kaleessa bakka hoggantoonni olaanoo godina Shawaa Lixaa

Read More

Finfinee, Waxabajjii 12/2023 - Raayyaan ittisa Itoophiyaa gabaasa dhaabbanni gargaarsa namoomaa Ameerikaa (USAID) saamicha miidhaan gargaarsaatiin walqabatee dhaabbaticharratti dhiyeesse “kabaja dhaabbatichaa kan tuquudha” jechuun haale. Ibsi humna raayyaa ittisa biyyaa baase, gabaasi USAID kuni miseensonni raayyaa ittisa biyyaa “kan ofiisaanirraa hir’isuun ummataaf qoodu” malee tasumaa ummatarraa

Read More