Home2021 (Page 5)

December 2021

Qarshii Raayyaa Ittisa Biyyaatiif walitti qabame Suuraa: Waajjira Kominikeshinii Baalee Bahaa Darajjee Gonfaatiin  Finfinnee, Mudde 1,2021-Godinaalee Oromiyaa heeddu keessumaa naannawa gammoojjiitti hongeen beeladoota baay’ee ajjeesuu fi namoonni miliyoonaan lakkaa’amanis beelaf saaxilamuu jiraattota irraa yaadni Addis Standard ga’aa tureera. Haa ta’u malee akka hongee Booranaa xiyyeeffannoo osoo hin

Read More

Suuraa: Mo'a TV Finfinnee, Sadaasa 30/2021-Gammachuu Ayyaanaa mana murtiin bilisa bahee achi buuteen erga dhabamee baatii ja’a booda Sadaasa 29,2021 mana murtiitti dhiyaate. Erga too’annoo jala oolee adeemsa mana murtii wal xaxaa keessa kan darbe Koloneel Gammachuu Ayyaanaa essa akka jiru osoo hin beekamin ji’a booda

Read More

Suuraa: FBC Darajjee Gonfaa tiin Finfinnee,Sadaasa 16,2021- Gumii Surichoo, jiraataa Godina Booranaa Aanaa Dilloo, “Booranaa rakkoo hammaataan muudachuun erga dhaga’amee namuu biyya keessa fi alaa nama dhuunfaati hanga jaarmiyaaletti waan qabuun nuuf  birmachuutti jiru.” jechuun gargaarsa taasifamaa jiru ibsa. Hongee cimaan kibba Oromiyaatti muudate godinaalee Booranaa fi Gujiitti,

Read More