HomePosts Tagged "Tigray Region"

Tigray Region Tag

Suura: Marsariitii HRW fudhatame Finfinnee Waxabajjii 01, 2023 - Waliigalteen waraana dhaabuu mootummaa fi humnoota Tigraay gidduutti haa mallattaa’u malee duguuggaan sanyii Lixa Tigraayittii itti fufee jiraachuun dhaabbanni dhala namaaf mormu Human Rights Watch (HRW)  jedhamu gabaase. HRW ibsa Waxabajjiii 01 baaseen, humnoonni naannoo Tigraay dhalattoota Tigraay

Read More