Home2023 (Page 17)

July 2023

Pireezdaantii Yukireen Volodimiir Zelenskii (Suuraa: president.gov.ua/) Finfinnee, Adoolessa 21/2023 - Raashiyaan Inishiyeetiivii Midhaan Galaana Gurraacha keessaa bahuu ishee erga beeksiftee guyyoota muraasa booda Pireezdaantiin Yukireen Volodimiir Zelenskii Ministira Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad waliin bilbilaan mari'ataniiru. Pireezdaant Zelenskiin, MM Abiy Yukireen akka daawwatan waamicha taasisaniiru. Itoophiyaan biyyoota

Read More

Taankii waraana kaaba Itoophiyaa keessatti taankii hojii ala ta’e (Suuraa: Rooyitars/Tiksaa Nagarii) Finfinnee, Adoolessa 20/2023 - Waraanni kaaba Itoophiyaa lubbuu namoota 100,000 ol galaafachuun akka addunyaatti waraanota bara 1984 as gaggeeffaman keessaa hammaataa ta’uu gabaasni haaraa Dhaabbata Qorannoo Nageenyaa Osloo baase beeksise.   Gabaasni Kamisa maxxanfame kun bara

Read More

Finfinnee, Adoolessa 20/2023 - Rakkoo nageenyaa tibbana naannoo Gaambeellaatti mudateen walqabatee naannichatti yeroo hin murtoofneef galgala ALI sa’aatii 1:00 hanga ganama sa’aatii 12:00tti daangeeffama sochii kaa’ame.  Murteen kun kan dabarfame kaabineen naannichaa haala tasgabbii yeroo naannicha keessa jirurratti marii hatattamaa kaleessa taa’ee irratti ture. Akkaataa murteen kanaatiin,

Read More