Home2023 (Page 14)

July 2023

Magaalaa guddoo godina Haadiyyaa, Hosaa’inaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Rakkoo hanqina xaa’oo godina Haadiyyaatti mudateen walqabatee hiriira mormii kaleessa magaalaa Hosaa’inaatti gaggeeffameen qonnaan bultoonni 6 hidhamuu fi hedduun ammoo miidhaan qaamaa irra gahuu Addis Standard jiraattota dubbise irraa hubateera. Daandiin gara aanaa Soroo geessu

Read More

Buqqaatota dahoowwan yeroo godina Wallagga Bahaa aanaa Saasiggaatti argaman keessa jiraachaa jiran. (Suuraa: ICRC) Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Lixa Oromiyaatti uummatni sababa waldhabdee fi rakkoo nageenyaan godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa fi Qeellam Wallaggaa keessa qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an ammallee gargaarsa namoomaa

Read More

MM Abiy Ahimadiifi Pireezdaant Vilaadimiir Putiin (Suuraa: France 24) Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Ministirri Muummee Abiy Ahimad walgahii Raashiyaa - Afrikaa Adoolessa 27 fi 28, 2023 biyya Raashiyaa magaalaa Seent Piitarsbarg keessatti gaggeeffamu irratti Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadimiir Putiin waliin wal arguun akka mari’atan miidiyaaleen Raashiyaa gorsaa

Read More