Oduu: Barsiisonni Yuunivarsiitiwwan Naannoo Amaaraa naannichatti deebi’uu waan hin dandeenyeef Finfinneetti akka turan taasifamuu himan
Finfinnee, Hagayya 07/2023 - Barsiisotni Yuunivarsiitiwwan Naannoo Amaaraa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 ALI qoruuf yuunivarsiitiwwan biyyattii adda addaa keessatti ramadamanii turan gara naannoo isaanitti deebi’uu waan hin dandeenyeef magaalaa Finfinneetti akka turan taasifamuu himan. Sababa walitti bu’iinsa iddoowwan naannoo Amaaraa baay’ee keessatti itti