ABO’n Miseensota Isaa Hidhaa Jiran Irraa Gidiraan Akka Dhaabbatu Gaafate
Bitaa irraa Biqilaa Amaanu, Dachaasaa Wiirtuu, Gadaa Gabbisaa, Mikaa’el Booran, Daawit Abdataa, Kol. Gammachuu Ayyaanaa, Kennasaa Ayyaanaa, Dr. Gadaa oljirraa, Dasuu Duulaa Finfinnee, Guraandhala 10/2022- Addi Bilisummaa Oromoo mootummaan Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu miseensota ABO hidhaa jiran gidirsaa jira jechuun himate. ABOn ibsa har’a baaseen hoggantootni