Jilli Lammiilee Hidhaa Saawudi Keessa Jiran Gara Biyyaa Deebisuuf Imale Bu’aa Malee Deebi’e
Lammilee Itoophiyaa Hidhaa Saawudi jiranSuuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 14/2022- Jilli Ministeera Haajaa Alaa Itoophiyaa irraa dhimma hidhamtoota Saawudi furuuf gara Saawudi Arabiyaa ergame bu’aa malee deebe’e. Jilli ministira Maallaqaa Ahimed Shideetiin hogganamu haala hidhamtootni gara Itoophiyaatti deebi’an mijeessuuf ture kan gara Saawudi imale. Haa ta’u