Home2022 (Page 136)

January 2022

Finfinnee, Amajjii 22/2022- Godina Addaa naannawa Finfinnee magaalaa Buraayyutti Poolisii fi hirmaattota Ayyaana cuuphaa gidduutti uumameen namootni lama du'anii hedduun madaa'aniiru. Alaabaa magariisa, kelloo fi diimaa mallattoo mana amantaa of irraa qabu qabatanii gara magaalaa Buraayyuu seenuf yoo deeman hokkorri ka’e jedha ragaan ijaa DW Afaan

Read More

Siyaannee Mokonnon tiin Finfinnee, Amajjii 17/2022- Jila Gadaa Karrayyuu, ajjeechaa Tuuta Gadaa Karrayyuu booda achi buuteen isaanii dhabame keessaa namootni ja’a Mudde 30/2021 gadi lakkifaman. Miseensi Tuuta Gadaa Michillee Mudde 1/2021 Karraa jila irraatti waan uumamee fi turtii mana hidhaa yeroo jalqabaaf Addis Stadarditti  hime.  “Yeroo

Read More