HomePosts Tagged "OLF"

OLF Tag

suura: Qondaaalota ABO mana sirreessaa keessa jiran Finfinnee, Adoolessa 7, 2023 - Komishiniin mirgoota namoomaa Itoophiyaa (KMNI) haala qabiinsa qondaalota Adda bilisummaa Oromoo (ABO) mana sirreessaa keessa jiranii irratti mootummaa Naannooo Oromiyaa (MNO) wajjiin marii gaggeessuuf beellama qabachuu miidiyaa dhuunfaa biyya keessaa gabaaseera. Komishinichi haala qabiinsa hoggantoota, miseensotaa

Read More

Finfinnee Caamsaa, 03, 2023 - Mariin mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti kibxata darbee eegalee Taanzaaniyaatti  taa’amaa ture waliigalteerra otuu hin gahamin goolabamuu qaamoleen lamaan beeksisan. Biiroon sab-qunnamtii mootummaa ibsa baaseen, “mariin gaarii ta’e kan godhame ta’us akka carraa ta’ee mariin marsaa tokkoffaa kanarratti dhimmoota tokko

Read More

Finfinnee, Caamsaa 02, 2023 - Mariin waraana dhaabuu mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaatti taa’amaa jiruurratti mootummaan ummataaf ibsa akka kennu paartiin mormataa Lammiilee Itoopiyaa Haqa Hawaasummaatiif (Ezema) gaafate. Ezema’n ibsa Caamsaa 02 baaseen, hirmaattota marichaa, qabiyyee marichaa, waliigaltee irra gahamee fi akkamitti hojiirra akka

Read More