HomePosts Tagged "OLA"

OLA Tag

Finfinnee, Caamsaa 18, 2023 -  Mareen nageenyaa marsaa tokkoffaa waliigaltee malee goolabamuu hordofee naannoo Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti walwaraansi hammaataan meeshaa waraanaa gurguddaatiin deeggarame mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti cimee itti fufaa jiraachuu jiraattonni Addis Standard’tti himan. Jiraataan godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo iddoo addaa Wadeessa

Read More

Finfinnee, Caamsaa 09,2023 - Marii nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaatti taa’ameen wal-hubannaa gaariirra ga’amuu eeruun mariin kun cimee itti fufee naannichatti nageenyi waaraa akka dhufuuf "kutannoodhaan" hojjatamaa jiraachuu mootummaan naannoo Oromiyaa (MNO) ibse. Hogganaan Biiroo Sab-qunnamtii MNO Obbo Hayiluu Addunyaa ibsa miidiyaaf kennan

Read More

Finfinnee Caamsaa, 03, 2023 - Mariin mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti kibxata darbee eegalee Taanzaaniyaatti  taa’amaa ture waliigalteerra otuu hin gahamin goolabamuu qaamoleen lamaan beeksisan. Biiroon sab-qunnamtii mootummaa ibsa baaseen, “mariin gaarii ta’e kan godhame ta’us akka carraa ta’ee mariin marsaa tokkoffaa kanarratti dhimmoota tokko

Read More