HomeSocial Affairs (Page 58)

Social Affairs

Finfinnee - Naannoon Sidaamaa ayyaana bara haaraa uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaa kabaju jalqabe. Magaalaa Hawaasaa addabaabayii Soreessaa Gudumaalleetti kan kabajamu ayyaanni bara kanaa, Naannoon Sidaamaa filannoo Sadaasa bara 2019 gaggeeffameen mootummaa naannoo of danda’e erga ta’e booda isa jalqabaati. Weerara Covid 19iin kan addaan citee

Read More

Finfinnee - Naannoo Amaaraa, magaalaa Gondar keessatti namoota sirna awwaalcha Sheekii beekamaa naannichaa Sheek Kamaal Laggaas irratti argamani turan irratti haleellaa qaqqabeen yoo xinnaate lubbuun namoota sadi darbu gabaasaaleen achii bahan ni eeru. Gabaasaaleen hedduus haleellichi Masjidoota irratti kan xiyyeeffate akka ture eeraniiru. “Lakkoofsa obboloota keenya

Read More

Finfinnee - Hongee Naannoo Oromiyaatti mudateen beeladootni miliyoona 1.3 ta'an kanneen birrii biliyoona 26 olitti tilmaamaman du’uu isaanii Komishiiniin Hoggansa Sodaa Balaa naannichaa ibseera. Komishiinichatti Daarektarri Akeekkachiisa Duraa fi Hir'ina Sodaa Balaa, Obbo Beenyaa Dureessaa akka himetti, Naannoo Oromiyaa Godinaalee 8 keessatti hongee muudateen beeladoota miliyoona

Read More