HomePosts Tagged "unhcr"

unhcr Tag

Finfinnee, Caamsaa 06, 2023 - Buqqaatoonni Sudaan kuma tokko ol ta’an gaaga'ama siyaasaa biyyattii mudate dheessuun gara Itoophiyaa galaa jiraachuu dhaabbanni idiladdunyaa baqattootaa (International Migration Organization (IOM)) jedhamu beeksise. Erga waraanni Sudaan eegalee Itoophiyaanonni Sudaan keessa jiraachaa turanii fi lammiilee biyya biroo dimshaashaan 12,000 ol ta’an

Read More