HomePosts Tagged "uggura Intarneetii"

uggura Intarneetii Tag

Finfinnee, Adoolessa 18/2023 - Uggura Intarneetii mootummaan miidiyaalee hawaasaa gurguddoo afur irra ji’oota shanii oliif kaa’ee ture kaleessa sa’aatii boodaa eegalee kaafamuu fayyadamtoonni miidiyalee kanneenii ibsan. Miidiyaaleen hawaasaa kunneen Intarneetii virtuwaalii dhuunfaa (VPN) malee hojjachuu eegalaniiru. Waldhabdee mana amantaa Ortoodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa gidduutti ka’e hordofuun hokkora

Read More