HomePosts Tagged "seenaa oromoo"

seenaa oromoo Tag

Caamsaa 02, 2023 - Keessummaan AS afaan Oromoo torban kanaa barreessaa fi hayyuu seenaa Oromooo obbo Gamteessaa Kaasaati. Itti dhiyaadhaa! Seenaa koo Maqaan koo Gamteessaa Kaasaati. Kanan dhaladhe dirree Oromiyaa Shawaa lixaa aanaa Jalduutti. Barumsa hogbarruu Afaan Oromootiin Yuunivarsiitii Haaramaayaatii bara 2001 ebbifame. Itti fufuun Yuunivarsitii Wallaggaatii qorannoo

Read More