HomePosts Tagged "paartii badhaadhinaa"

paartii badhaadhinaa Tag

Finfinnee Waxabajjii 01, 2023 - Paartiin Badhaadhina damee Amaaaraa ibsa guyyaa kaleessaa baaseen rakkoo nageenyaa naannicha keesa jiru furuuf humnoota hidhatanii naannicha keessa socho’an irratti “tarkaanfii cimaa” fudhadha jechuun akeekkachiise. Paartichi ibsa kana kan baase battaluma marii idilee koree giddugaleessa paarti badhaadhinaa guyyaa kaleessaa goolabameen ture.

Read More