HomePosts Tagged "nagaa Oromiyaa"

nagaa Oromiyaa Tag

Finfinnee Caamsaa 17, 2023 - Itti aanaan ministeera Nageenyaa obbo Taayyee Danda’aa “gaaffiiin sabaa [Oromoo] masaraa miti” jechuun piroojektii ijaarsa masaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Finfinneetti har’a eegalsiise qeeqeera. Akka obbo Taayyeen jedhetti, ummaati Oromootiif ijaarsa masaraa caalaa “gaaffii guddaan nagaadha!” jechuun mootummaan naannichaa dhimma nagaa fi tasgabbiitiif

Read More