HomePosts Tagged "daandii qilleensaa Itoophiyaa"

daandii qilleensaa Itoophiyaa Tag

Finfinnee, Waxabajjii 12/2023 - Ajajaa Humna Qilleensa Itoophiyaa kan ta'an Leetnaant Janaraal Yilmaa Mardaasaa walitti qabaa boordii Daandii Qilleensa Itoophiyaa ta’uun muudamuu Daandii Qilleensa Itoophiyaa beeksise. Daandii Qilleensa Itoophiyaa ibsa baaseen, Leet. Janaraal Yilmaa Mardaasaa ajajaa Humna Qilleensa Itoophiyaa yoo ta’u, akkasumas miseensa koree hoggansa daandii

Read More