HomePosts Tagged "oromo designer"

oromo designer Tag

Lalisee Mulugeetaa jedhamti. Dhalattee kan guddattee Horro Guduruu Wallaggaatti. Dizaaynarii uffataa taatee magaala Shaggar aanaa Burraayyuutti hojjachaa jirti. Maqaan koo Lalisee Mulugeetaa jedhama. Kanan dhaladhee guddadhe godina Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Abbayyii Coomman magaalaa fincaa'aatti dha. Industirii faashiniitiin ummata koo tajaajiluu nan barbaada. Guddina dizaayinii

Read More