Waa’ee gaara Washaa hayyoonni Oromoo itti miidhamanii maal beekna?
Suura:halayyaa Washaa Caamsaa 23, 2023 - Gaarri Washaa godina Arsii Lixaa aanaa Adaabbaa iddoo addaa Masqalii jedhamutti argama. Balaan konkolaataa dhiyeenya kana hawaasa Yuunivarsitii Maddawalaabuurratti iddoo kanatti mudate lubbuu hayyoota hedduu galaafateera. Haata'u malee, balaan akkaan ulfaataa biroo hedduu iddoo kanatti mudachaa turuu fi lubbuu namoota hedduu
0 Comments