HomePosts Tagged "koleeraa itoophiyaa"

koleeraa itoophiyaa Tag

Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Caamsaa 12, 2023 -  Naannoo Sabaa fi sablammoota ummatoota kibbaa godina Ammaarrootti sa’aatii 48 darbe keessatti lubbuun namoota Afurii dhibee koleeraatiin darbuu biiroo eegumsa fayyaa godinichaa Addis Standardiif mirkaneessaniiru. Dhukkubichi kan babal’ate nama dhukkubichaa qabamuun godina Booranaa magaala Mooyyaalee yaalaaf gara buufata fayyaa Burjiitti

Read More