HomePosts Tagged "hiriira mormii Anwaar"

hiriira mormii Anwaar Tag

Finfinnee Caamsaa, 27, 2023 - Hiriira mormii guyyaa kaleessaa Finfinnee Markaatootti godhameen walqabatee hokkkora ka’een lubbuun namoota lamaa darbuu fi poolisoonni seera kabachiisaa turan miidhamuu poolisiin Finfinnee beeksise. Hiriirri mormii kun diiggaa masjiidaa “seeraan ala ijaaramanii” magaala Shaggar keessatti mootummaan raawwachaa jiru mormuun guyyaa Jimaata kaleessaa

Read More