Xiinxala: Hanqinni bajataa rakkoo dinagdee jiru hammaachaa deemuu mul’isa
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2023 - Hanqinni baajata barana Itoophiyaaa mudate birrii biliyoona 309’tti tilmaamu rakkoon dinagdee biyyattii keessa jiru hammaachaa kan deemu ta'uu akeekuu danda'a. Hanqinnii baajataa mudate kun hanqina baajataa biyya keessa ture kan hammeessu mootummaan Itoophiyaa immoo rakkoo kana furuuf akkuma barame baroota itti
0 Comments