HomePosts Tagged "gargaarsa namoomaa Itoophiyaa"

gargaarsa namoomaa Itoophiyaa Tag

Finfinnee Adoolessa 08, 2023 - Dhaabbanni gargaarsa tajaajila fayyaatiin beekamu  Médecins Sans Frontières (MSF) jedhamu gargaarsi midhaan nyaataa Itoophiyaa addaan citee jiru haadholii fi daa'imman hubaa jiraachuu ibsuun gargaarsi hatattamaan akka itti fufu gaafateera. Akka ibsa dhaabbatichaatti, Itoophiyaatti lammiileen miliyoona 20 ol ta’an keessumaa mooraa buqqatotaa keessatti

Read More