HomePosts Tagged "Feature Analysis"

Feature Analysis Tag

Finfinnee, Koloneel Maammoo Mazammir bara 1929tti Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Gudaritti dhalate. Umuriin isaa barnootaaf yeroo ga’u magaalaa Gudar keessatti mana barumsaa Dajjaazmaach Bashaa seenuudhaan barnoota sadarkaa jalqabaa argate. Akkasumas barnoota sadarkaa lammaffaa mana barnootaa Tafarii Mokonnin keessatti osoo hordofaa jiru barattoota yeroo sana qabxii

Read More

Finfinnee - Birgaader Janaraal Taaddasaa Birruun bara 1920 Godina Shawaa Kaabaa naannoo Salaalee aanaa Hidhaabuu Abootee iddoo addaa Siree Morosee jedhamutti dhalate guddate. B/J Taaddasaan ijoollumaan loon tiksuu irra darbee umriin isaa yoo barnootaaf gahu mana barumsaa amantaa Ortodoksiitti afaan Gi’izitiin barumsa amantaa barate. Abbaan

Read More