HomePosts Tagged "akkoo Manooyyee"

akkoo Manooyyee Tag

Finfinnee Caamsaa 18, 2023 - Dur durii giiftiin Oromoo biyya bulchitu Akkoo Manooyyee jedhamtu tokkotu turte. Giiftiin kun uummata garmalee rakkisaa turte. Namni hundumtuu odaa jalattii walga’ee Waaqayyoon galgalaa ganama harka isaanii gara samiitti olkaasanii yoo kadhatan, “Yaa Waaqi, giiftii gidiramtuu kana nurraa buqqisi” jedhanii kadhataa

Read More