Home#OduuguyyaaAS (Page 3)

#OduuguyyaaAS

Finfinnee, Hagayya 11/2023 - Mootummoonni biyyoota Awustiraaliyaa, Jaappaan, Niwuu Ziilaand, Yunaayitid Kingidam, fi Ameerikaa ibsa waloo Hagayya 11 baasaniin rakkoo

Magaalaa Baahirdaar (Suuraa: Fuula feesbuukii kominikeeshinii magaalaa Baahirdaar irraa) Finfinnee, Hagayya 11/2023 - Humnoonni nageenyaa mootummaa Naannoo Amaaraa to’achuu fi tajaajilonni

Finfinnee, Hagayya 10/2023 - Miidiyaan Asoosheetid Pirees (AP) kaleessa akka gabaasetti, Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP) gargaarsa naannoo Tigraayitti dhiyeessu addaan

Mormitoonni Godina Gaamoo ramaddii waajjiraalee bulchiinsaa naannoo Kibba Itoophiyaa morman (Suuraa: Madda AS) Finfinnee Hagayya 10, 2023 - Jiraattonni naannoo haaraa

Finfinnee, Hagayya 10/2023 - Hidhattoonni Faannoo naannoo ollaa kan taatee Amaaraa irraa karaa daangaatiin Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee keessatti

Finfinnee, Hagayya 08/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) gaaga’amni siyaasaa kaaba Itoophiyaatti ka’e Oromiyaatti babal’chuun nageenya naannichaa akka hin booressine

Beeksisa
No comments

Sorry, the comment form is closed at this time.