HomeSocial Affairs (Page 64)

Social Affairs

Buqqaatota Amaaraa Ekkaa Mikaa'el, Taammiruu Daggafaa, Kaasayyewu Lammaa, Biraarraa Geetanawu Iteenash Abarraa @EteneshAB fi Getaahun Tsaggaaye @GetahunTsegay12 tiin Finfinnee- Jiraattotni Amaaraa Lixa Oromiyaa, walitti bu’insa baatiilee dheeraafi haleellaa baqachuun Finfinneetti qubatan. Buqqaatotni dhibbaatamaan lakkaawwaman ammoo godina Arsii gahuu qorannoon Addis Standard  ni mul’isa.  Xumura baatii Amajjii buqqaatotni saba

Read More

Mahleet Faasil tiin @MahletFasil Finfinnee,Guraandhala 18/2022 –Warshaan Daabboo Shaggar gatii rakasaan osoo addaan hin kutin daabboo jiraattota magaalaa Finfinneetiif  dabboo dhiyeessuuf  ture waggaa tokkoofi ji’a ja’a dura hojii eegale. Haa ta’u malee  warshaan daabboo Shaggar guyyoota torban lamaa as hojii dhaabuu isaatiin jiraattoota galii gadi aanaa

Read More

Lammilee Itoophiyaa Hidhaa Saawudi jiranSuuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 14/2022- Jilli Ministeera Haajaa Alaa Itoophiyaa irraa dhimma hidhamtoota Saawudi furuuf  gara Saawudi Arabiyaa ergame bu’aa malee deebe’e. Jilli ministira Maallaqaa Ahimed Shideetiin hogganamu haala hidhamtootni gara Itoophiyaatti deebi’an mijeessuuf ture kan gara Saawudi imale. Haa ta’u

Read More