HomePolitics (Page 6)

Politics

Finfinnee, Hagayya 05/2023 - Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad fi Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan dhimma nagaa, badhaadhinaa fi nageenya Itoophiyaa ilaalchisee kaleessa galgala bilbilaan mari’achuu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii ibsa baaseen beeksise.  Marii kana irratti Antoonii Bilinkan hojiirra oolmaa waliigaltee waraana dhaabuu kaaba Itoophiyaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 04, 2023 - Naannoo Amaaraatti rakkoo nageenyaa  babala’achaa dhufeen walqabtee manni maree ministeerotaa walga’ii idilee har’a gageessee irratti labsiin yeroo hatattamaa akka labasamu sagalee guutuun murteesseera. Labsiin yeroo hatattamaa kuni akka dabarfamu kan murteeffame aanga’oonni feederaalaa fi naannoo Amaaraa nageenyi naannichaa qaamota hidhatamii socho’an

Read More

Suura: Pireezidaantii naannoo Amaaraa Yilqaal kaffaalee Finfinnee Hagayya 02, 2023 - Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Yilqaal Kaffaalee (PhD) haleellaa naannoo naanicha keessatti raawwatan dhaabsiisuu fi olaantummaa seeraa kabachiisuuf mootummaan duula olaantummaa seera kabachiisuu kan gaggeessu ta’uu himaniiru. Mootummaan naannichaa seera kabachiisuuf dirqama heera mootummaan itti kenname bahuuf kan dirqamu

Read More