HomeOp/Ed (Page 8)

Op/Ed

Akkataa walii galtee dhabbileen lamaan waliif mallatteessaniitti  oomisha albuudaa irratti waltumsuu fi dhiyeessi maallaqaa taasisuun tajaajila biyya keessaa gama kanaan taasifamu fi indaastirii oomisha albuudaa biyyatti sadarkaa idil addunyaatti guddisuudha. Kanaanis kalaqni fi pirojeektonni haaraan Itoophiyaa keessatti hojjatamu gama hojiitinis ta’ee mallaqaatin deeggaramee, oomishni albuudaa  fi

Read More

 Maahlet Faasil tiin Finfinnee, Adoolessa 27/2013-Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Lidaataa ramaddii 2ffaa, dhaddachi dhimma shororkeessummaa fi heera mootummaa ilaalu namoota sadii kan ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaan shakkamanii dhiyaatan irratti murtee dabarsee jira. Himatamaan jalqabaa Xilaahun Yaamii labsii yakka shororkeessummaa 1176/2012 keeyyata 2/3 jalatti eerameen badii kana dalagee jechuun

Read More