HomeOp/Ed (Page 6)

Op/Ed

Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Gammachiis Dhaabaa (Zakkaariyaas Mul’ataa) bara 1955 wallagga lixaa aanaa Najjoo magaalaa Gorii jedhamtutti dhalate. Barumsa isaa kutaa 1-6tti Mandiitti,kutaa 7-12 Finfinnee mana barumsa Tafarii Mokonnonitti baratee xumure. Yuunivarsiitii Finfinnee seenee waggaa tokko erga baratee booda labsii mootummaa dargii barattoota fi barsiisotaaf taasisee

Read More

Baqqalaa Garbaa, Pirofeesar Mararaa Guddinaa Suuraa: UBUNTU TV Finfinnee - Dura taa'aan Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO), Pirofeesar Mararaa Guddinaa, mootummaan Itoophiyaa garee waraanaa Oromiyaa keessatti socho'u, kan ofiin Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jedhe waamu fi kan mootummaan 'Shanee' jedhe waamu waliin araara akka buusuu waamicha

Read More

Finfinnee, Lammiilee Naannoo Oromiyaa irraa buqqa'an gara qe'ee isaanii deebisanii qubachiisuuf mootummaan kan hojjetu ta’uu, Miseensi hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa Mufariyaat Kamiil fi sadarkaa Pirezdaantii Itti aanaatti Qindeessaa Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa Girmaa Amanteen, buqqaatota Naannoo Amaaraa, wiirtuu qorannoo qonnaa Sirinqaa jiran yeroo daawwatan

Read More