HomeNews (Page 4)

News

Magaalaa Baahirdaar (Suuraa: Fuula feesbuukii kominikeeshinii magaalaa Baahirdaar irraa) Finfinnee, Hagayya 11/2023 - Humnoonni nageenyaa mootummaa Naannoo Amaaraa to’achuu fi tajaajilonni idilee akka eegalan ajajni darbuu hordofee magaalonni gurguddoon naannichaa tasagabbaa’aa jiraachuu jiraattonni Addis Standarditti himan. Jiraataan magaalaa guddoo naannoo Amaaraa, Baahirdaar, Addis Standard dubbise tokko akka

Read More

Finfinnee, Hagayya 10/2023 - Miidiyaan Asoosheetid Pirees (AP) kaleessa akka gabaasetti, Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP) gargaarsa naannoo Tigraayitti dhiyeessu addaan citee ture irra deebiin eegalee jedheera. Gargaarsi kun sababa himannaa hannaa gargaarsa nyaataa irratti dhiyaachaa tureen erga addaan citee baatii sadii ta’eera. Akka AFP gabaasetti,

Read More

Mormitoonni Godina Gaamoo ramaddii waajjiraalee bulchiinsaa naannoo Kibba Itoophiyaa morman (Suuraa: Madda AS) Finfinnee Hagayya 10, 2023 - Jiraattonni naannoo haaraa hundeeffame Naannoo Kibba Itoophiyaa fi Godina Kambaataa Xambaarroo {kan naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa keessa jiru] wixinee ramaddii magaalota teessoo waajjiraalee bulchiinsaa dhiyaateen walqabatee mormii kaasan.  Jiraattonni Godina

Read More