HomeLaw & Justice (Page 13)

Law & Justice

Tashitaa Tufaa , Suuraa: Star Tribune Finfinnee, Mudde 31/2022- Jiraataa fi lammiin Ameerikaa Tashitaa Tufaa kalesssa Mudde 30/2022 buufata xiyyaaraa Booletii qabamuu kan eeru ibsi maatiin Tashitaa Addis Standard’f ergan, namni kun hatattamaan akka gadi lakkiifamu waamicha dhiyeesse. Tashitaan nama daldalaa, lammii isaa gargaaruu fi hawaasa

Read More

Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa,Suuraa: BBC Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 23/2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa halkan mana jireenyaa Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa godina Shawaa Bahaa magaala Maqiitti  argamu cabsanii seenuun erga saamanii booda fi ilmasaanii tokko too’annoo jala oolchuu, Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa Addis Standarditti

Read More

Geetahun Laggaasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 17/2022-  Poolisiin magaala Maqii nama dheeraa Itoophiyaa Nagawoo Jimaa guyyaa Sanbataa Muddee 10, 2022 irraa eegalee hidhaa buusee akka jiru, maatiin Addis Standardtti himaniiru. Minseensonni poolisii magaala Maqii Nagawoo godina Shawaa Bahaa magaala maqii hoteela keessatti isaa nyaata ajajatee nyaachuuf taa’aa jiruu

Read More