HomeAfrica (Page 15)

Africa

Finfinnee, Guraandhala 01/2023 - Qorannoo raawwii hojii baatilee jahaa ministeerota mootummaa irratti haasawaa miseensota kaabinee fuulduratti taasisaniin, ministirri muummee Abiy Ahimad waldhabdeen mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa (EOTC) keessatti deemaa jiru mariin furmaata argachuu akka qabu dubbatan. MM Abiy viidiyoo Kibxata fuula Feesbuukii isaanii irratti maxxansaniin,

Read More

Finfinnee, Guraandhala 01/2023 - Naannoo Oromiyaa magaalaa Garba Gurraachaatti lammiin Chaayinaa tokko namoota eenyummaan isaanii hin beekamneen rasaasaan ajjeefame. Imbaasiin Chaayinaa Itoophiyaatti argamu ibsa baaseen lammiileen Chaayinaa sagal magaalaa Finfinnee irraa kiiloo meetira 160 fagaattee argamtu Garba Gurraachaatti namoota qawwee qabaniin haleellaa irratti raawwatamuu beeksiseera. Taateen

Read More

Finfinnee, Amajjii 31/2023 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeesssaan Gargaarsa Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa baaseen weerarri Koleeraa gandoota 66 Naannoo Oromiyaa godinaalee Baalee, Gujii fi Arsii Lixaa aanaalee saddeet, akkasumas naannoo Somaalee godina Liiban aanaalee lama keessa argamanitti babal’achuun buqqaatota 191 fi du’a namoota 28 dabalatee

Read More