HomeAfrica (Page 14)

Africa

Finfinnee, Guraandhala 02, 2023 - Kaabineen Mootummaa Naannoo Somaalii maqaa baatilee 12 Afaan hojii naannichaa kan ta’e Af-Somaaliitiin moggaafame hojiirra akka oolu raggaasise. Maqaan Baatilee 12 raggaasifame kun manneen barnootaa fi waajjiraalee mootummaa naannichaa keessatti amma booda hojiirra akka oolu gabaafameera. Murtii Af-Somaalii dagaagsuu keessatti tarkaanfii murteessaadha

Read More

Finfinnee, Guraandhala 02, 2023 Qulqulluu Sinoodosiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa dubbii Ministirri Muummee Abiy Ahimad rakkoo amma mana amantichaa keessatti deemaa jiru ilaalchisee dubbataniif deebii jechoota ciccimoon dabaalame Roobii galgala kenneen, dubbii MM Abiy kufaa godhee, wantoota isaan jedhan irrattis tokko tokkoon yaada irratti

Read More

Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Guraandhala 02, 2023 - Godinni Booranaa hongee hamaa waggaa afurtaman darban keessa hin mul’atiniin miidhamee jira. Jiraattoonni godinichaaa 800,000 ol ta’an gargaarsa miidhaan nyaataa hatattamaa kan barbaaan ta’uu aanga’oonni godinichaa ibsaniiru. Bokkaan yeroo dheeraaf otuu hin roobin waan tureef jireenyi qotee bultoota naannichaa

Read More