HomeAfrica (Page 13)

Africa

Buufata Filannoo Doysaatti, Giddugala Arbaa Minch jalatti. Suuraa: NEBE Finfinnee, Guraandhala 06,2023 - Guyyaa boordiin filannoo biyyaalessa Itoophiyaa filannoo ummataa naannoo sabaa fi sablammoota fi ummatoota kibbaa godinoota jahaa fi aanaalee addaa shan keessatti gochaa jirutti, jiraattoonni godina Guraagee magaala guddittii Walqixxee dabalatee manasaanii ooluudhaan tajaajila

Read More

Finfinnee, Guraandhala 03, 2023 - Koleeraa fi finniin ykn gifirri Itoophiyaa keessatti mul’achuun daa’imman dhukkubichaaf saaxilaman kan duraan rakkoo hir’ina nyaataatiin hubaman biratti sodaa dabaluu dhaabbaannii gargaarsa namoomaa daa’imman baraaruuf hojjatu ‘Save the Children’ jedhamu ibseera. Weerarri koleera naannoolee Oromiyaa fi Somaalii miidhaa jira. Fulbaana

Read More

Bitaa irraa: Mohamed Chande Othman, Dura taa’aa ICHREE, Radhika Coomaraswamy fi Steven Ratner, miseensota ICHREE Finfinnee, Guraandhala 03/2023 - Itoophiyaan gaaffii aangoo Komishinii Ogeessota Mirgoota Namoomaa Idil-addunyaa Itoophiyaa (ICHREE) akka addaan kutuuf dhiyeessite Ameerikaan akka deeggartu gaafatte. Kunis Guraandhala 02, wayita Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Tiresii An Jaakobsan

Read More