HomeAfrica (Page 12)

Africa

Finfinnee, Guraandhala 09/2023 - Phaaphaasiin angafa kutaa lallaba Shawaa Kibba Lixa Abuna Saawiroos (PhD) kan siinoodosii qulqulluu mana amantaa Ortodooksii Itoophiyaatiin ‘abaaramanii’ turan guyyaa hardhaa gara Teessoo kutaa lallabaa isaanii magaala Walisootti amantoota kumaatamaan laakka’amaniin simatanmaniiru. Abuna Saawiroosiin phaahaasota angafaa biroo lama waliin ta’uun torban sadi

Read More

Finfinnee, Guraandhala 08/2023 - Haala ejjennoo amma dura qabaachaa turerraa adda ta’een, pireezidantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaaa, lolli naannoo Oromiyaa keessatti humnoota federaalaa fi naannichaa fi finciltoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) mootummaan “Shanee” jedhee waamu jidduutti waggoota afurii oliif adeemaa jiru xumura akka

Read More

Simannaa Phaaphaasota haaraa Kutaa Lallaba Arsii Lixaatti ramadamaniif taasifame. Suuraa: Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee, Guraandhala 07/2023 - Poolisiin magaalaa Finfinnee ibsa kaleessa Guraandhala 06 galgala baaseen, kaleessa ganama daangaa magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa gidduu iddoo Filiidoroo jedhamutti namootni mana kiristaanaa Lidataatti sassaabamanii “namootni hidhaman haa

Read More