HomeArticles Posted by Alemitu Homa (Page 7)

Author: Alemitu Homa

Suura: Faaris Alamuu fakkii kaase qabatee Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Caamsaa 12, 2023 - Faaris Alamuu godina Wallaga Bahaa aanaa  Boojjii Coqorsaatti dhalate. Barnoota sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa achumatti erga xumuree booda gara maagaala Hoolotaa dhufuun mana barumsa qophaa’inaa barate. Faaris yeroo ammaa Yuunivarsitii Finfinneetti barumsa ogummaa

Read More

"J/Kennasaa Ayyaana erga hidhamee booda dhukkuba isa mudateen yeroo ammaa of danda’ee deemuu hin danda’u": ABO Finfinnee, Caamsaa 11, 2023 – ABOn hidhamtoota siyaasaarratti “gochaa hammeenya dhala namaaf hin malle raawwachuu fi dhaabbilee siyaasaa seera-qabeessa ta’an xyreessuun” gochaa mootummaa abbaa irreeti jechuun mootummaa qeeqeera. ABOn ibsa gaggeessitootaa fi

Read More

Finfinnee, Caamsaa 06, 2023 - Naannoo Amaaraatti "heera mootummaa diiguun, fiinxaaleeyyii wajjiin tumsuu fi gochaa shororkeessummaa raawwachuutiin" yakkamuun humnoota nageenyaatiin barbaadamaa ture Goobazee Sisaay jedhamu too’annoo jala ooluu humni waloo nageenyaa beeksise. Akka ibsa humna waloo kanaatti, Goobazeen kan qabame isaa gara Jibuutii ce’ee achiirraa gara biyya

Read More