HomeArticles Posted by addisstandard (Page 140)

Author: addisstandard

Finfinnee, Hagayya 23/2022- Neetworkii Sirna Akeekkachiisa  Beelaa “Raagamni ho’a gubbaa galaanaa haala gogiinsa galaanaaf mudaa hin qabne agarsiisa. Carraan Dipoolii Galaana Hindii fi Giraadiyeentii Paasifik Dhihaa lamaanuu cimaa ta’an  baay’ee ol’aanaadha, kanarraa ka’uun baha gaanfa Afrikaa rooba baay’ee xiqqaa fi jiidhina biyyee baay’ee goggogaa fi

Read More

Asaffaa Wodaajoo Buruk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee, Hagayya 20/2022- Abbaan Alangaa Magaalaa Sooddoo Gargaaraa Piroofeesara Yuunivarsiitii Diillaa duraanii Asaffaa Wodaajoo, miseensa Koree Giddugaleessaa paartii   Sochii Biyyaalessa Walaayittaa, labsii 1185/2012, “Labsii Ittisaa fi Ukkaamsaa Haasaa Jibbiinsaa fi Odeeffannoo Sobaa” jalatti. Abbaan alangaa himatamaan labsicha keewwata 4,

Read More

Finfinnee, Hagayya 18/2022- Mootummaan Naannoo Oromiyaa  fi dhaabbatni UNDP carraa hojii uumuu, sirna seera fooyyeessuu, nageenya amansiisaa fiduu, misooma qabeenya namaa walii galtee hojii waggoota Afuriif turu kaleessa waliif mallatteessan.  Sirna mallattoo booda bakka bu’aan UNDP  Turhan Saleh karaa fuula tiwiitera isaa “Pirezidaant Shimelis Abdiisaa waliin

Read More