Home2023 (Page 5)

August 2023

Finfinnee, Hagayya 11/2023 - Mootummoonni biyyoota Awustiraaliyaa, Jaappaan, Niwuu Ziilaand, Yunaayitid Kingidam, fi Ameerikaa ibsa waloo Hagayya 11 baasaniin rakkoo nageenyaa tibbana naannoo Amaaraa fi Oromiyaa keessatti mudachuun du’a lammiilee nagaa qaqqabsiise akka isaan yaaddeessu ibsan. Ibsa isaanii keessatti, qaamoleen hundi lammiilee nagaa akka eegan, mirga

Read More

Magaalaa Baahirdaar (Suuraa: Fuula feesbuukii kominikeeshinii magaalaa Baahirdaar irraa) Finfinnee, Hagayya 11/2023 - Humnoonni nageenyaa mootummaa Naannoo Amaaraa to’achuu fi tajaajilonni idilee akka eegalan ajajni darbuu hordofee magaalonni gurguddoon naannichaa tasagabbaa’aa jiraachuu jiraattonni Addis Standarditti himan. Jiraataan magaalaa guddoo naannoo Amaaraa, Baahirdaar, Addis Standard dubbise tokko akka

Read More

Finfinnee, Hagayya 10/2023 - Miidiyaan Asoosheetid Pirees (AP) kaleessa akka gabaasetti, Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP) gargaarsa naannoo Tigraayitti dhiyeessu addaan citee ture irra deebiin eegalee jedheera. Gargaarsi kun sababa himannaa hannaa gargaarsa nyaataa irratti dhiyaachaa tureen erga addaan citee baatii sadii ta’eera. Akka AFP gabaasetti,

Read More