Home2023 (Page 3)

August 2023

Finfinnee, Hagayya 15/2023 - Godina Shawaa Lixaa Aanaa Cobii ganda Bakkee Oofuu,  magaalaa Finfinnee irraa fageenya gara kiiloo meetira 120 irratti haleellaa humnootni nageenyaa mootummaa raawwataniin lammiileen nagaa 12 ajjeefamuu fi afur madaa’uu jiraattonni Addis Standarditti himan. Jiraataan aanaa Cobii ganda Bakkee Oofuu ilmaan obboleewwan isaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 15/2023 - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata Itoophiyaa wixinee labsii yeroo ariifachiisaa raggaasuuf walgahii ariifachiisaa cufaa kaleessa Hagayya 14, 2023 gaggeesse irratti miseensota mana marichaa keessaa tokko Pirezdaantii Naannoo Amaaraa duraanii Gadduu Andaargaachoo haasaa taasisan ijoo dubbii ta’eera. Obbo Gadduun haasaa taasisaniin karaan rakkoolee

Read More

Suura: Geetachhoo Raddaa, Pireezidaantii naannoo Tigraay Finfinnee, Hag 14, 2023 - Bulchiinsi Yeroo Tigraay tarkaanfii seera kabachiisuun mootummaan federaalaa naannoo Amaaraa keessatti gaggeessa jiru kan deeggaru ta’uu ibsuun fhirmaannaa kan hin qabne ta’uu addeesseera. Bulchiiinsi naannichaa ibsa Hag 13, 2023 baaseen, duula seera kabachiisuu mootummaan federaalaa garee hidhatanii

Read More