Home2022 (Page 89)

May 2022

Finfinnee, Caamsaa 25/2022- Godina Booranaa Aanaa Waacillee Ganda Weebiitti barataan Kutaa 8ffaa kan ta’e  Aadam Huseen kalaqa isaatin humna ibsaa maddisiisuun, ganda keessa jiraatuuf tajaajila ibsaa dhiyeessaa jira. Aadam Mana Barumsaa Tulaa Weebii Sadarkaa 1ffaatti kutaa 8ffaa barata. Fedhii fi Kaka’umsaa hojii kalaqaaf qabuurraa, hojii kalaqaa

Read More

Siyaanne Makonnin tiin  Finfinnee  - Qondaalli olaanaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa gara  waggaa lamaatti siqu booda har’a gadhiifame gara maatii isaatti makamuu maddeen gabaasaniiru. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa oolmaa guyyaa kaleessaatin qondaala  olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo keessaa tokko kan ta’an Koloneel

Read More

Finfinnee: Abbootiin Aksiyoonaa dhaabbata albuudaa fi misooma Warqee KEFI, daballii kaappitaala dhaabbatichaaf gara birrii biiliyoona 1.8 hayyamuu isaani ibsame. Akka ibsa torbe darbe kenname mul’isutti, Maallaqni kun pirojektii dhaabbatichaa kan Tulluu Kaappii fi pirojektoota Sa'uud Arabiyaa biroo lamatti akka dabalamuuf kan yaadameedha. Iddoo oomisha Warqee Tulluu

Read More