Home2022 (Page 88)

May 2022

Naatinaa’eel Fiixeetin Finfinnee: Gaazexeessituun FiB TV (Finfinne Integrated Broadcasting) kan taate Sabboontuu Ahmad sababa ammaaf hin beekamneen hidhamuun ishee gabaafame jira. Sabboontuun kaleessa galgala osoo hojiirraa baatee gara mana isheetti galaa jirtuu Poolisoota lamaan qabamtee gara waajjira Poolisii Magaalaa Finfinnee, Labuu naannoo addaa Muuziqaa Safar jedhamuutti

Read More

Finfinnee- Yeroo amma Tarkaanfii mootummaan gatiin boba’aa tasgabbeessuuf taasisaa jiruun kisaaraan Birrii biiliyoona 124 ta’u akka irra ga’e Ministeerri Daldalaa fi hariiroo Naannolee beeksiseera. Ministeerichi kana kan beeksise waltajjii raawwii Riifoormii Gabaa Boba'aa Ministeera Daldalaa fi tumsa waloo Naannoolee magaalaa Hawaasaatti qophaa’e irratti. Ministirri Daldalaa fi hariiroo

Read More

Finfinnee - Ejensiin Godaansa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, godaantota Itoophiyaa 6,750 ta’an ji’oota dhufan keessatti biyya waraanaan raafamaa jirtu Yaman irraa gara biyya isaaniitti dabarsuuf karoorsuu isaa beeksiseera. Ejensichi lammiilee kana gara biyya isaaniitti akka deebi'an gargaaruuf dolaara miiliyoona 7.5 akka kennamu gaafateera. Dhaabbata godaatota idil addunyaa

Read More