Mootummaan Federaalaa Somaaliyaa, Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen(ONLF) Shorokeessummaan jalaa baase
Mohaammed Huseen RoobleeSuuraa: Aljaziira Finfinnee, Amajjii 24/2022-Mootummaan Somaaliyaa, Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen (ONLF)Itoophiyaa Wagga afur dura Shorokeessummaan ramadee ture kaase . Mootummaan Federaalaa Somaaliyaa Dilbata darbe akka beeksisetti, murtee waggoota afuriin dura Adda Bilisummaa Biyaalessaa Ogaadeen Itoophiyaa shororkeessummaan ramadee ture haquu beeksisera jechuun The East African