Home2022 (Page 123)

March 2022

Finfinnee, Ebla 9,2022-  Sababa Hongee Oromiyaa keessatti muudateen namootni miliyoona 3.5 ta’an, kanneen miliyoona tokko caalan  Harargee Bahaa fi Lixaa dabalatee rakkoof Saaxilamaniiru jedhee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) ibse. Naannoo Oromiyaatti aanga’ootni bulchiinsa mootummaa miidhaa hongeen geessisu furuuf akkasumas, namoota sababa

Read More

Getaahuun Tsaggaayeetiin Finfinnee, Ebla 8,2022 Walitti bu’iinsa Dilbata darbe bitootessa 6, 2022 Naannoo Amaaraa Godina Baha Gojjam magaalaa Mooxaatti muudateen namootni hedduun miidhamuu gabaasaaleen ibsaniiru. Magaalicha keessatti muddamni kan uumame erga humnootni nageenyaa hogganaa Faannoo naannawa sanaa to’annaa jala oolchanii akka ta’edha Raadiyoon Waazemaa kan gabaase.

Read More