Home2022December (Page 3)

December 2022

Suuraa: Suursagalee Manaya irraa Finfinnee Mudde 27/2022 - Addisaalam Xibaba ykn Kuul Surreen naannoo Oromiyaa godina Booranaa, bakka warri isaallee keessatti guddatan Areeroo jedhamutti dhalate guddate. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa isaa iddoo dhaloota isaa keessatti barate xumure.  Akkuma mana barumsaa sadarkaa lammaffaa xumureen booda Inistiitiyuutii

Read More

Finfinnee, Mudde 27/2022 - Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii idilee gara Maqalee taasifamu boru Mudde 28/2022 irraa  akka eegalu Hogganaa Olaanan Daandii Qilleensa Itoophiyaa Masfin Xaasoo miidiyaleef himan. Kanaan dura Sadaasa 23/2022  balalliin idilee ni eegalama jedhamus osoo hin eegalin ture.  Masfin jila mootummaa federaalaa magaalaa Maqalee

Read More

Finfinnee, Mudde 26 - Jilli sadarkaa olaanaa qondaaltota mootummaa federaalaa Af-yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasaa Caafootiin durfamu har’a ganama magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqalee seenuu miidiyaan mootummaa naannichaa gabaase. Jilli kun erga humnoonni Tigraay Waxabajjii 28, 2021 magaalaa Maqalee fi kutaalee Tigraay irra caalaa

Read More