Home2022October (Page 6)

October 2022

Finfinnee, Onkololessa 20/2022 - Gorsaan nageenya biyyaaleessaa Muummicha Ministeeraa Redwaan Huseen, “Koomishiniin Gamtaa Afrikaa mariin nageenyaa Onkololessa 24 Afrikaa Kibbaatti akka taasifamuuf murteessusaa nu beeksisee jira,” jedhe. Yaaliiwwan dhaabbanni ardichaa marii nageenyaa Kaaba Afrikaatti qindeessuuf torbanoota lamaan darban keessa taasise keessaa inni kuni isa lammaaffaati. Xalayaa Onkololessa

Read More

Gareen ICRC Itoophiyaa  magaalaa Shaambuutti meeshaalee manaa namoota qe’ee isaanii irraa buqqa’aniif yoo raabsu. Suuraa: ICRC Itoophiyaa Finfinnee, Onkololessa 20/2022- Koreen Fannoo Diimaa Idil-addunyaa Itoophiyaa, torban darbe meeshaalee manaa barbaachisoo ta’an maatii 3,310 (Namoota 16,550) magaalaa Shaambuu qubataniif raabsuu beeksise. Deeggarsi kun, lixa Oromiyaa, godina Horroo

Read More

Booruu Roobaa Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee Onkoloolessa 12, 2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa miseensa tuuta Gadaa Michillee Karrayyuu Booruu Roobaa ajjeesuun, obboleettii fi obboleessa isaa namoota biroo lama wajjiin butuu isaanii jiraattoonni Aanaa Fantaallee Addis Standard tti himaniiru.  Humnoonni nageenyaa kunneen “guyyaa Sanbata duraa [Onkolooleessa 15]

Read More