Home2022September (Page 4)

September 2022

Finfinnee, Fulbaana 20/2022 - Komishiniin Ogeessota Mirgoota Namoomaa Idil addunyaa Itoophiyaa irratti xiyyeeffatu (ICHREE) gabaasa argannoowwan jalqabaa isaa Mana Maree Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif dhiheesseen, “sarbamni, kan akka ajjeechaa seeraan ala, gudeeddii, miidhaa saalaa, fi fi ummata nagayaa akka mala waraanaatti beelessuun Sadaasa 3,

Read More

Finfinnee, Fulbaana 20/2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa Fulbaana 19, 2022 baaseen rakkoon namtolchee fi uumamaa naannolee Itoophiyaa adda addaa keessatti mul’atu fedhii namoomaa olaanaa ta’e daran dabalaa jiraachu beeksise. Akkuma Karoora Deebii Namoomaa (HRP) bara 2022 keessatti ibsameen, namoonni

Read More

Finfinnee, Fulbaana 19/2022- Haalli mirga namoomaa buqqaatota naannoo Tigraay fi naannoo Amaaraa Tigraay daangessan irraa buqqa’anii  buufata buqqaatotaa Jaarree Walloo Kibbaa irraa gara Giddugala Leenjii Poolisii Federaalaa Awaash Torba geeffaman deebii hatattamaa kan barbaadu ta’uu Komishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa ibsa dheengadda baaseen beeksise. Kana malees

Read More