Oduu: Dhaabbata Albuudaa KEFI fi Mootummaan karoora hojii marsaa jalqabaa hawaasa deebisanii qubsiisuu, carraa hojii, Albuuda Warqee Tulluu Kaappiitti nageenya fooyyeessu irratti waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 22/2022 - Dhaabbanni qorannoo fi misooma albuudaa Itoophiyaa fi Sa’uudii Arabiyaa keessatti pirojektoota qabu, Tulluu Kaappii, bakka bu’oota dhaabbilee mootummaa Itoophiyaa adda addaa waliin walga’ii guyyoota sadiif turu milkaa’inaan xumuruun tarkaanfiiwwan hatattamaan Pirojektii Warqee Tulluu Kaappii, Oromiyaa Lixaa magaalaa Ayraa-Gullisoo irraa gara bahaatti 28km