Home2022August (Page 9)

August 2022

Suuraa: Waajjira Ministira Muummee Itoophiyaa Finfinnee, Hagayya 09/2022 - Naannoo Oromiyaa Godinaalee Shawaa, Wallaggaa fi Gujiitti garee hidhattoota WBO [kan mootummaan Shanee jedhe waamu] barbadeessuuf koomaandi poostiin hundaa’uu fi Raayyaan Ittisa Biyyaa, hoggansi naannichaa fi humnoonni nageenyaa bobbii qindaa’aa gaggeessaa jiraachuu ibse Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 09/2022- Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) ibsa kaleessa baaseen Gamtaan Afrikaa walitti bu’iinsa Oromiyaa keessa jiru, saba irratti kan xiyyeeffate qofa godhee ibsuu isaa qeeqe. Addi Bilisummaa Oromoo kan eere tibbana “Yaadannoo gabaabaa” bakka bu’aan Ol’aanaa Gaanfa Afrikaa Olusegun Obasanjo marii nageenyaa Itoophiyaa irratti

Read More

Asaffaa Wadaajoo Finfinnee. Hagayya 09/2022 - Naannoo Saboota, Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa, Godina Walaayittaa, magaalaa Sooddoo keessatti humnootni nageenyaa leellisaa beekamaa gaaffii naannummaa Walaayittaa fi miseensa koree giddu galeessaa paartii Sochii Biyyoolessaa Walaayittaa kan ta’e Asaffaa Wadaajoo irra deebiin akka hidhan haati warraa isaa

Read More